Barattooti Oromoo Wallagga Yuunibarsiitiin FXG Haalaan Jabeessanii Jiru

Amajji 25,2016 Itti Fufee Jira. Wallaggaa Yunibarsiitii keessatti FXG halkan edaa kan eegale har’as itti fufee ooleera.humni diinaa barattoota danuu madoo taasiiseera.kaansaani ukkamsaa jira ta’us humna barataa qabbaneessuu hin dandeenye.

1 thought on “Barattooti Oromoo Wallagga Yuunibarsiitiin FXG Haalaan Jabeessanii Jiru

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa Fincila Xumura Garbummaa (FXG) Oromiyaa 2016 | OromianEconomist

Leave a comment