Har’aa Amajjii 4,2015 Godina Kibba lixa Shaggar magaalaa Tullubboolloo keessatti kan arguma mana barnoota sadarkaa 2ffaa Hibret fire ti barattoonnii barsiisota keenyaa nurraa hiitanii namni biraa nu hin barsiisuu jechuun hiikamuu barsiisota isaaniif dhaadannoo dhageessisa kutaa dhiisanii bahan.