Bara 2016 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Uummata Oromoon Gaggeeffamu “Fincila Xumura Gabrummaa” (FXG) Tahuu Qeerroon Beeksise!

QerroooBeeksisa:- Waggoota dheeraaf abbootiin keenya Fincila Diddaa Gabrummaa(FDG) Gaggeessuun aarsaa ol-aanaa kafalanii darban,as dhihoottis waggoota 10n darban Qeerroon Bilisumma sochii warraaqsaa godheen faajjii abbootii isaa kaasuun Fincila Diddaa Gabrummaa(FDG) gaggeessaa turan. Haalli kun diddaa irraa gara XUMURA GABRUMMAATTI cehuun yeroon isaa kan yoomii irra kennataa waan ta’eef bara 2016 irraa kaasee fincilli gaggeefamu fincila xumura gabrummaa (FXG) akka ta’u Qeerroon Murteesseefatee jiraachuun beeksise.

2 thoughts on “Bara 2016 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Uummata Oromoon Gaggeeffamu “Fincila Xumura Gabrummaa” (FXG) Tahuu Qeerroon Beeksise!

  1. Pingback: Bara 2016 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Uummata Oromoon Gaggeeffamu “Fincila Xumura Gabrummaa” (FXG) Tahuu Qeerroon Beeksise! | Oproud

  2. Pingback: Bara 2016 Diddaan Qeerroo Bilisummaa Oromoo fi Uummata Oromoon Gaggeeffamu “Fincila Xumura Gabrummaa” (FXG) Tahuu Qeerroon Beeksise! | Obsaan Ormiyaa

Leave a comment