Wallagga Naqamte Keessatti Artist Misgaanuu Hayiluu Olii Humna Tikaa Wayyaanee Ethiopian Butamee Bakka Buuteen Dhabame.

Mudde 24,2015 Naqamte

FB_IMG_1450932766361Artist Misgaanuu Hayiluu Olii aartiidhaan hawwisoo Yuunibarsiitii Wallaggaa irratti kan ramadamee hojjechaa jiru fi weelluuwwan garaagaraa waltajjii irratti weellisuun aadaa uummata Oromoo guddisaa kan ture,Muddee 23,2015 ganama sa’aa 9:00wd irratti humna tika dhika toophiyaa Ahimadiin nama jedhamuun durfamuun kan ukkaamsame yeroo ta’u, hanga ammaatti achi buuteen isaa hin beekamu

1 thought on “Wallagga Naqamte Keessatti Artist Misgaanuu Hayiluu Olii Humna Tikaa Wayyaanee Ethiopian Butamee Bakka Buuteen Dhabame.

Leave a comment