Mudde 19,2015 Barataan Oromoo Tasammaa Ittisaa Barataa Engineering waggaa jalqabaa Yuunibarsiitii Walqixxee guyyaa lama dura erga humna tikaan qabamee achi buuteen isaa dhabamee jira Tasammaa Ittisaa Shaggar Dhiha Gindabaratitti dhalatee guddate
Kana malees har’a Mudde 19,2015 Barruu Qeerroo magaalaa Naqamtee keessatti facaeen guutummaan magaalaa Naqamtee har’as fincila addaa keessa jirti