Barattooti Oromoo Yuniverstii Adaamaa Sayinsii fi Teknolojii Mormii Sirna Wayyaanee Bahuun Dhadatnoo Dhageessisaa Jiru.

Mudde,8,2015 Adaamaa

FDG2 q1Gootonni barattooti Oromoo Yuuniversitii Saayinsii fi Teknologii Adaamaa Mudde 7 irraa eegalee hanga har’a Muddee 8,2015 diddaa maaster plaanii Finfinnee fi gaaffii mirgaa abbaa biyyummaa Oromoo dhageessisaa jiru. Walleelee warraaqsaa fi dhadatnoo gara garaa dhageessisaa gaaffii mirgaa karaa nagaa gaafachaa yeroo jiranitti Wayyaanee EPRDF humna waraanaa guddaa naanncihatti geessee barattoota doorsisaa jiraachuu Qeerroon gabaase.

1 thought on “Barattooti Oromoo Yuniverstii Adaamaa Sayinsii fi Teknolojii Mormii Sirna Wayyaanee Bahuun Dhadatnoo Dhageessisaa Jiru.

  1. yoo harreen nama dhiitte,deebisanii hin dhiitan,mana murtis hin geessan.mootummaan wayyaanee jechuun harreedha eenyutti isa himanna yaa ilmaan oromoo!

Leave a comment