Barattoonni Oromoo Yuuniverstii Finfinnee fi Maqaleen Calleensaa fi Gaddaan Gochaa Hammeenya Wayyaanee Ibsataa Jiru.

231

Yuuniversitii Finfinnee

Finfinnee

Finfinnee

Mudde,7 bara 2015 Barattooti Oromoo Yuniversitii Finfinnee gamtaan hiriiruun ayyaana Sabaa fi sab-lammii Wayyaanee kabajju irratti calleensaan gadda isaanii muldhisuun gochaa sirnichaa diduu muldhisan. Kana irratti dabalees Barattooti Oromoo Yuuniversitii Maqalee guyyaa har’aa gaddaan baratoota Oromoo rasaasa Wayyaaneen dhuman yaadataa oolan.

Yuniverstii Maqalee

Yuniverstii Maqalee

1 thought on “Barattoonni Oromoo Yuuniverstii Finfinnee fi Maqaleen Calleensaa fi Gaddaan Gochaa Hammeenya Wayyaanee Ibsataa Jiru.

  1. Pingback: Oromia: #OromoProtests: Gabaasa FDG Oromiyaa | OromianEconomist

Leave a comment