Godina Harargee bahaa Aanaa Haramayaa Ganda Finqillee Keessaa Ummanni 50 Hidhamuu Qeerroon Gabaase.

Mudde 06,2015 Haromayaa

Because I am OromoGodina Harargee bahaa Aanaa Haramayaa Ganda Finqillee jedhamtu barataadhaaf dahoo taatan jedhanii ummata gandaa hidhanii rakkiisaa jiru. Akka abaasi Qeerroo ibsiutti hanga amma namoota 50 hidhamanii dararamaa kan jiran tahuun beekamee jira.

Yeroo ammaa kanatti uummanni naannoo fi barattooti Oromoo FDG eegalame kana hanga gaaffiin mirga abbaa biyyummaa deebii argatutti itti fufna jechuun sochiin Warraaqsa bilisummaa itti fufee jira. Gabaasa baldhaa gara fuula duraa ni dhiheessina.

Leave a comment