Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Share on X (Opens in new window) X
- Share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Dhaamsa gabaabaa Akkam jirtu Qeerroo? Kaayyoo FDG walgaafachuu dhiisaatii (Gaafii fi maereen akkasii kan yeroon irra dabreedha.). Mee uummati naannoo Oromiyaa biroon kan akka Baalee, Harargee, Walloo, Ilubabor fi Jimmaa fi biroon qabsoo kanatti hirmaatan, dhaamsa nuu dabarsaa. Kunoo rakkinni Oromoo isa kana. Waliin taanee qabsoo yoo hin kaachifnu ta’e,Abashaa barabaraan mou hin dandeenyu. Kaneen duras, rakkinni keenya kanuma. Meerre ree, sanyiiwwan Gooticha Waaqoo Guutuu, Elemoo Qilxuu, Nadhii Gammadaa, fi Abishee Garbaa?? Maliif diina walirratti ilaalla?? Maaloo kana irratti hojjadhaa? Hamilee qabsa’ota biroo hin cabsuu hin qabnu?? Yeroo tokko qabsa’ee tokko taa’ee ilaalu, abdii wal kutachiisuu ta’a. Boodi isaas gaarii hin ta’u.
Nagaatti