Leelloo: Gaazexaan Haaraa Gabaatti Bahe!

Finfinnee, 15 Sadaasa 2015, Gazexxaan Afaan Oromoo Leelloo jedhamu Oromiyaa keessatti Sambata kaleessaa gabaatti bahuun beekame.
Gaazexaan kun aadaa fi eenyummaa Oromoo guddisuuf akeeka akka qabau beekameera.

Qopheessitooti gaazexixhaa akka jedhanitti aadaa,’ duudhaa, safuu, haqaa fkkf Ummata Oromoo irratti hojjachuuf murtii jabaa qabu.

Akka qopheessitooti jedhanitti Leelloon akka guddattee sadarkaa addunyaatti beekamtuuf birmannaan ummata Oromoo hedduu abrbaachisaa dha.

2 thoughts on “Leelloo: Gaazexaan Haaraa Gabaatti Bahe!

  1. rabbiin umurii dheertuu isiniif yaa kennuu gama dandeenyuun isin jajjabeessuu irraa duubatti hin deebinuu, nuuf jabaadhaa ,,,,dhugaan kobbeen keessan mirgisaa jirtu kun gaaf tokko daran milkoofti taatii …
    akka yaadaatti xiqqoo qulqullina gama, sirreeffama Qubee,,,,muraasa waannan argeef ….jabaadhaan isiniin jedha.

Leave a comment