Yeroo ammaa kana Oromiyaa keessatti humni nama baratee hojii dhabuun akka rakkaachaa jiru beekamaadha bu’uuruma kanaanis guutuu Oromiyaa keessatti mootummaan Wayyaanee tooftaa qor-qalbii dargaggoota Oromoo cabsuu jedhuun gaaffiin siyaasaa fi hundeen rakkina uummatootaa akka hin kaaneef jecha maqaa bakka bashannanaa jedhuun dargaggoon Oromoo lafa taphaa jechuun manneen akka araada adda addaa nama qabsiisan,Shiishaa,fiilmiiwwan dheeraa ilaaluu akkasumas qumaaraa taphatuun dhalataan Oromoo tokko akka yeroon isaa qisaasamu waan taasisameef dargaggoonni Oromoo bakkeewwan raatessaa shira Wayyaaneen qabaawe adda addaa irraa FDG uummatasanii keessatti hirmaatanii akka jabeessan jabeessinee Qeerroon dhaammata.