Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ) Qophii Hagayya 1,2015

1 thought on “Sagalee QEERROO Bilisummaa (SQ) Qophii Hagayya 1,2015

  1. Qeerro, hedduun isin mararsiifadha, nuuf jabaadhaa. Waantoota lama isiniif dhaama. 1, yemmuu oduu dubistan hedduu jarjartu, maaloo xiqoo suuta jedhaa. 2ffaa, wan aariidhan oduu dubbistan fakkaatu. Dhugaadha waan isin gabastan hedduun gochoota/gochaa mootummaa kan nama aarsanii dha. Garu, isin xiqoo qabbaneessa. Yoo ta’uu baate, jibamuu maltu!!

Leave a comment