Jaarraa tokkoon dura biyyi keenya Oromiyaan bittaa Habashootaa jala erga galtee biyyaa fi mirga abbaa biyyummaa sarbamuu irratti dabalee qe’ee fi qabeenyi Oromoo hedduun samame.Dhalli Oromoo gabrummaan qabamee biyya fagootti gurgurame. Kanas kan taasise mootummaan Habashaa teessuma isaa handhuura biyya keenyaa Finfinnee taasiseeti,dachii abootootii keenyaa fi gootota Oromoo irraa dhiibatee qubsuma malgaalaa taasise.
Bara 100 dura yeroo Finfinneen harka Habshootaa jala galtee dachiin keenya waan fakkaatuu fi akkaataa qubsuma Habshootaa suuraa armaa gadii hamma tokko ni hima.

- Naannoo Horaa bara 18 92 / Filihuhaa in 1892

Naannoo DAALLATTII / ፈረስ ማሰሪያ ዛሪ አራት ኪሎ ተብሎ በሚታወቀው አካባቢ የራስ መኮንን የቅርብ ወዳጅ በነበር አንድ ፈረንሳዊ ተከፍ

Adabbii OROMOOTA Irraan Gahaa Turame

- Naannoo Birbirsa Gooroo Bara 1897 / መሐል አራዳ (Piazza) 1897

- Finfinneen erga Nafxanyootaan dhuunfatamte 1901
Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
Related
Pingback: Oromo | Oromia: Gadaa.com-FinfinneTribune July 13: Finfinne Day | Guyyaa Finfinnee | Revisiting the Oromo Roots of Finfinne in Pictures |
Pingback: July 13: Finfinne Day (Guyyaa Finfinnee) Revisiting the Oromo Roots of Finfinne in Pictures |
Pingback: July 13:: Finfinne Day (Guyyaa Finfinnee) Revisiting the Oromo Roots of Finfinne in Pictures – OROMIYAAN WANOFITIABBAATUU EGATAA