Sagalee WBO-SBO Jabeeysuuf Qophii Bashannanaa Artiistoota Oromo Waliin (June 6, 2015; Minneapolis)

 

Waggaa 27 ffaa SBOFLYER20

1 thought on “Sagalee WBO-SBO Jabeeysuuf Qophii Bashannanaa Artiistoota Oromo Waliin (June 6, 2015; Minneapolis)

  1. Walta’uun keenya bilisummaa keenyaaf gumaacha gudda akka qabu wal nun shakkidiisu. Kanaaf immoo qunnamtiin Ummataa ykn ‘social media’ n gahee kana hin jedhamne qaba
    SBO Oduu yeroo isaa eeggate nuun gahuun keessan itti haa fufun jedha.
    Jabaadhaa isin jaallanna.
    sabboonaa
    OROMIYAA’ Irraayi.

Leave a comment