Qeerroo Edit

 

A Summary of Oromos Killed, Beaten and Detained by the TPLF Armed Forces during the April 2014 Oromo Protest Against The Addis Ababa (Finfinne) Master Plan

Compiled by: National Youth Movement for Freedom and Democracy (NYMFD) aka Qeerroo Bilisummaa

 

  1. List of Oromos killed and detained compiled July 05 2014 compiled by Qeerroo
  2. Full document in PDF (47 pages) Summary
  3. Galmee Qeerroo Bilisummaa Oromoo Irraa Barattoota Oromoo Ebla fi Caamsaa 2014 FDG keessa hidhamanii ilaala Ibsa Qeerroo Bilisummaa Oromoo Hagayya 27,2014

 

1 thought on “

  1. Yaa dhiiroo, mee laalaa http://www.google.com.au/url?sa=t&rct=j&q=&esrc=s&source=web&cd=1&cad=rja& uact=8& ved=0CB8QtwIwAA&url=http%3A%2F%2Fwww.youtube.com%2Fwatch%3Fv%3DAr4v–TVTCI&ei=4yorVaTxKeO3mAW_4oGoCQ&usg=AFQjCNGsZntQ-H6-_BXMiMVppGueus9u_w&sig2=TTTNmxYo4JxsHY3fI6LbIw

    Bineensi gaaraa, walirratti lolaa

    Waliin bobbahee, waliin oolaa Waliin galee, waliin bulaa Rorroon dhufnaan walii galaa Irree takkaan waliin duulaa Waliin soorata, wal hin’nyaatuu Waliin jiraata, wal hin’gatuu Nyaaphaa qabee wal hin’laatuu Wal malee ambaaf hin’golisu Rorroo alagaa walitti hin’lakkisu Waliif booya, gaggadoodee Sammuun isaa hahhadoodee Firraa dhoorkuuf nyaapha sardee Cumaa giiysee, dhiiga iddee Wal hin’wallaalu akka namaa Wal hin’jiiysu dhiigaa – cumaa Mee daawadhaa, dhiiroo jamaa Tan namaa tun qudurumaa Jajjabattee dubbiin baraa Yaa Jaallan koo mee adaraa Ni falmannaa akka dhiiraa WBO sabaa nu garagaaraa

    Omar

    ” I can no longer trust my self. I have to have experience. Therefore; what has happened to me yesterday will guide my footsteps today”!

Leave a comment