Qophii Sagalee SIMBIRTUU Ebla 9,2015

Simbirtuu; Oduu, dhimma tumsa Qeerroo fi marii prezidentii \Waldaa Qorannoo Oromoo (OSA) wajjin ta’e. Obbo Johar Mahaammad wajjin dhimma kora WW OSA, waa’ee obbo Haayilee Fidaa fi qabsoo bilisummaa Oromoo irratti (gabaabinaan) G/D gooneerra.

1 thought on “Qophii Sagalee SIMBIRTUU Ebla 9,2015

Leave a comment