Gaaffii Mirgaa Uummanni Oromoo Kaasee Jiru Gara Dabarsuuf Jecha,Waraanni Wayyaanee Ummata Gumuz Hidhachiisuun Oromoo Irratti Bobbaasaa jira.

Gabaasa Qeerroo Bitootessa 15,2015 Giddaa 

Gaaffii Mirgaa Uummanni Oromoo Kaasee Jiru Gara Dabarsuuf Jecha,Waraanni Wayyaanee Ummata Gumuz Hidhachiisuun Oromoo Irratti Bobbaasaa jira.

Wallagga,Aanaa Giddaa Ayyaanaa bakka Sugee jedhamu keessatti mootummaan Wayyaanee ta’e jedhee uumata Gumuzii fi Oromoo walitti buusuu eegale.

FDG uumanni Oromoo magaalaa fi baadiyyaa keessatti kaasee jiru gara dabarsuuf jecha waraana isaa gara aanaa Giddaa Ayyaanaatti geessuun uumata Gumuzii meeshaa hidhachiisuun gara Oromootti akka duulan taasisuun walitti bu’iins jabaan gaafa Bitootessa 14,2015 dhalteen Oromoonni hedduun akka miidhaman gabaasi Qeerroo naannicha irraa nu gahe addeessa.

1 thought on “Gaaffii Mirgaa Uummanni Oromoo Kaasee Jiru Gara Dabarsuuf Jecha,Waraanni Wayyaanee Ummata Gumuz Hidhachiisuun Oromoo Irratti Bobbaasaa jira.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune QEERROO: Oduulee – Warraaqsa Bilisummaa Oromoo – Bitootessa 11-16, 2015 |

Leave a comment