Botootessa 2,2015 Dargaggooti Oromoo Gartuun Bilisummaa Oromiyaa Qeerroo Bilisummaaf Riyaala 10,000 (Kuma Kudhan) Gumaachuu Isaani Beeksisan.

Gabaasa Qeerroo Bitootessa 3,2015

Dargaggoonni Oromoo maqaa garee Dargaggoota Bilisummaa Oromiyaa, Hoggansa Dargaggoo Ahmad Mahammad Bosoona Baalee fi Shamarree  Hawwii Fira’oliin sosso’an Qeerroo Bilisummaa Oromoof gumaacha taasisan.

Dargaggooti Oromoo gareen Bilisummaa Oromoo kun Bitootessa 2,2015 Walitti dhfuun Riyaala 10,00(Kuma Kudhan) akka tinnisa Qeerroo Bilsummaa Oromoof oolu galii taasisanii jiru. Gumaachi kunis hamma galii bilisummaatti akka itti fufan beeksisan.

Gutummaa qophii kanaa video gabaabaa kana irra jira.

1 thought on “Botootessa 2,2015 Dargaggooti Oromoo Gartuun Bilisummaa Oromiyaa Qeerroo Bilisummaaf Riyaala 10,000 (Kuma Kudhan) Gumaachuu Isaani Beeksisan.

Leave a comment