Aside Posted on December 22, 2014 by Qeerroo Beeksisa:- Walleeleen Bara 2014 Keessa gaaffii Mirga Uumata Oromoo ol-kaasuun Mootummaa Wayyaaneen hundeen raasan keessaa hammi tokko Amajjii 1,2015 Itti Guutuu Oromiyaa fi Biyya Alaa keessatti Ummata Oromoo dhaqabuuf jira. CD marsaa duraa tokkichi isaa walleelee 28 kan qabatu ta’a. Kan marsaa 2ffaas akkasuma baatiilee muraasa booda uumata Oromoon dhaqaba. Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk Share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme Share on X (Opens in new window) X Share on Facebook (Opens in new window) Facebook Share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube Share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video Share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo Share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp Email a link to a friend (Opens in new window) Email Share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa Share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org Share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress Like Loading... Related
Nuti warri Oromiyaa keessa jirru CD kana akkamitti argachuu dandeenya?