Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
Hayyee; DHAAMSA QEERROON BILISUMMAA KEENYA DABRSEE;Nuuti Lammiileen Biyya Abbaa keenyaa fi Mirga Dhala ilma namummaa qabnu Bortaan Nusaamee,nujjeesaa,nuu hidhaa,nuu dararaa jiru kana kuffiisuu HANGA WAREEGAMAATI NI FALMANNA!
Barsiisaa qartuu lammii qaroo ilmaan borii fi abdiifi akkasumas riqicha biyyaa fi kan waa hundaa fi Barattootafi beektota agarsiiftuu kallattii adeemsaa fi jijjiirama biyyaa fi Qotebulaa jiruu guyyaguyyaa ilmaan namaa dhabuun keenya bu’aa gantootaa fi basaastota nukeessaa fi qabsoo bifa bittinnaa’een godhamu. Kana caala tokkummaan haaqbsoofnu,xiyyeeffannoon keenyas dursa warra gurgurtee nunyaattu haata”u gantuun lammii hoomuu araarama hin qadu.