Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
to sbo jimata darbe kana ture 29/08/2014 keessaati aanaa malka balloo mana hidhaa keessaati erga bayyee tumama rebama,dararama ture booda mana hidha kessati lubun baate
/aanaa kana kessati nama oromo bayyee dararun fi dhimun garmale itti fufee jira/
Good write-up. I definitely appreciate this website.
Thanks!
dirqama oromummati yabboodha dubisa
yaali ajjeecha hogu 3/sadii/ obbo Abdulhakim yusuf irrati godina hararghe baha aanaa malka ballo kessati yeroo adda adda dorsisafi rebicha irraa gaha ture halikan sa’a 6 boda isusu jiman erga bahe boda hin gare nuuf barbada.
ABDULHAKIM YUSUF/MAQA QOSA ISAA Barkale kan ja’amu
ERGA bahe turee wan jiruuf bikka ini jiru yoo beytan /agartan nubeysisa
Eenyuu laata?????
hadha isaa deyinaba yusuf fi abba isaa obbo yusuf habib irraa godina haraghe baha aanaa malka balloo magala haraw keessaati dhaalate hogu umiriin issaa barumsaf gahu kutta 1–8ffaa achumati fixee kuttaa 9–12ffaa aanaa dadar magala dadaritt mana barumsa sadarka lamafati xumure bara 1994alh/2002EC
Baruma kana weyta samari galu magala harew keessat waxabaji 12 tumama rebama taxaqi wara qoretin bada bafame bosona fulle nagaya ja’amu baka balate ja’amtu itti MAQA ABO Jechuun isaa irraati raga baha jechuun baratota 81 zoni bareda,jaja,wayu,harawaca,akasumati dadar waren high schoole baratan irraati walit qaban
egaa akasit guyya 16 bosona kessati erga ture booda red cross adunya faranjitin kalorin rivariyo ja’amtu barbade galimesite gashire dadar ji’a 7 ergaa ture bahe
dorgome barumsa lee dhorkan rakacha ture
egaa akasit guyya 16 bosona kessati erga ture booda red cross adunya faranjitin kalorin rivariyo ja’amtu barbade galimesite gashire dadar ji’a 7 ergaa ture bahe
dorgome barumsa lee dhorkan rakacha ture qabso adda adda kessa ture MAQA ABOn godina kana kessati dararama ture
dhihoo tana ammo ERGAMTOTA wayyane akka ajefamu itti murtesan taxaqi ramadan yaali ajecha jala bahe ergaa barumsa irrigation ebifame aanoota adda adda yeroo adda addati hojata ture booda irraa bada ABON jechuun qawwee itti nyachifatan gahee lafa irra hijiratu jechuun ajesuf reeban booda mana hidha aanaa malka baloo kessati ergaa guyyaa adiin nama jahan itti dedebi’an ergatuman issaan harkati lafeen cinacha cabxee gagabee akkasiti
warii akkanati tumu
1 itti g/polisa jamal abdala
2 polisa abadir
3 idirs wajira nagenya
4 polisi xilahun itti g/kutta qorano yakka
Cimaa cimsa walbarbaada qabso itti fufsiisa.