SBO Adoolessa 02 Bara 2014 Oduu – Tokkoomuu ABO ilaalchisee gaaffii fi deebii gabaabaa miseensa Koree Hoji-Raawwachiistuu ABO Jaal.Toleeraa Adabaa waliin taasifamee fi qophii biroo ni qabna

3 thoughts on “SBO Adoolessa 02 Bara 2014 Oduu – Tokkoomuu ABO ilaalchisee gaaffii fi deebii gabaabaa miseensa Koree Hoji-Raawwachiistuu ABO Jaal.Toleeraa Adabaa waliin taasifamee fi qophii biroo ni qabna

  1. Hayyee Gaaffii fi deebii Obboo Tooleeraan godhanii fi ibsii nuuf laatan akkasumas TOKKOOMUN Caasaan dhaabaa hoogganaa tokkoo fi Huyyuu duree tokkoon buluun isaani haalaan nuugammachiseera!!! Qabsoo keenyaas hamilee Ciimaan Hanga Wareegamaatti itti fuufna!! Diinnii irree keenyaan ni kuufa!!Qabsoo keessan qofa itti fuufaa!!.

Leave a comment