Yunversitii Adaamaa Damee Asallaa Keessatti Tika Wayyaanee Ta’uun Namoonni Lama Qaxaraman.

Waxabajjii 13,2014 Adaamaa

Barattooti Oromoo  lama Departmant Natural Resourec wagga 3ffaa baratan FDG mooraa keessatti ka’u dura akka dhaabbataniif dabballee Wayyaanee ta’anii hojjechuu erga eegalanii bulbbulee jira. Haalli kun itti fufee yero ammaa kanatti mindaa dhaabbataan hojiii tikaa fi dabballummaa akka hojjetaniif mooraa keessatti qaxaramuu isaanii beekame.

Mootummaan Wayyaanee humna waraanaa fi qawween barattoota Oromoo gaaffii mirgaa gaafatan duubatti deebisuu waan hin dandeenyeef tooftaa dolloomaa fayyadamuun basaasota moorichatti naquun waan FDG dhaamsu itti fakkaatee gochaalee akkasiin gantoota seenaa xumuraawaa hojjetan kaayyachaa jira.

Yuunversitii Adaamaa dame Asallaa Keessatti hojii gaafatama Tikaa akka hojjetaniif kanneen ramadaman keessaa lama:-

  1. Bonayyo Waaree, Aanaa Gujii
  2. Guutamaa Abdiisaa ,  Wallagga Lixaa

Jedhaman keessatti argamu.

Basaasa Wayyaanee

Guutamaa Abdiisaa

Basaasa Wayyaanee adamaa

Boonayyoo Waaree

1 thought on “Yunversitii Adaamaa Damee Asallaa Keessatti Tika Wayyaanee Ta’uun Namoonni Lama Qaxaraman.

  1. Pingback: Gadaa.com | FinfinneTribune Gabaasa Qeerroo: Adaamaa |

Leave a comment