Bara 2011 Irraa Eegalee Oromiyaa Bakkoota Adda Addaa Keessatti Sochii FDG Bifoota Adda Addaan Qeerrooon Deemsisaa Ture. Kanneen Keessaa Kan Naannoolee Adda Addaa Daawwachuuf Daandii Youtube Qeerroo Bilisummaa http://www.youtube.com/user/qeerroo Kana Saaqachuun Do’achuu Ni Dandeessu.
Bishooftuu Onkoloolessa 2012
Yuuniversitii Arbaminc 2013
Bishooftuu Onkoloolessa 26, 2013
Jimmaa Onkoloolessa 2013