Odeessa amma sa’aa kanaa
- Camsaa 2/2014 sa’aa ammaa kanatti warrannii Wayyaanee Doormii Barattoota Oromoo irra deemuun reebichaan rasaasaan barattoota Oromoo gochaa Fashistiin tumaa jira.
- Doormii barattootaa fi qabeenya barattootaatti ibiddaa qabsiisee guutummaatti gubuu irratti argama.
- Barattoota Mooraa barnootaa keessa arii’uun reebaa doormii barattootatti immoo Ibidda Qabsiisuun, Qabeenyaa Uummataa fi qabeenyaa barattoota uuffataa fi uwwaan barataan Doormii keessa qabu gadii guuruun ibiddaan gubaa jira, Doormiin Barattootaas ibidda Waraannii Wayyaanee kun qabsiiseen guggubachaa jira.
- Humni waraana wayyaanee lakkoofsa barattootaa caalaa dacha dacha guddachaa jira.
yaarabbi nu bilisoomsi