Raadiyoo Sagalee Qeerroo Bilisummaa Ebla 26 2014 Finfinnee Oromiyaa

1 thought on “Raadiyoo Sagalee Qeerroo Bilisummaa Ebla 26 2014 Finfinnee Oromiyaa

  1. Ummata Oromo

    Ummati Oromoo ijoollee isaa wajjin bilisa of baasa. Kan ummata dura dhaaabachuu danda’u humni kamyyuu hin jiru. Tokko taanee, ilbiisa irraa bilisa of baasna. hanga yoomitti diinaan ajjeefamaa, hidhamaa, reebamaa, doorsifamaa jiraanna. Oromoon seenaan goota, kan sirriitti geggeessu dhabe malee. Garuu tokko taanee kaannaan kan nu dura dhaabbatu hundi ni laasha’a.

    Finfinneen kan Oromiyaati

    Bilisummmaa malee falli tokko hin jiru.
    Nagaatti

Leave a comment