Artistooti Oromoo Tesfayee Dhima, Zerihun Wodajo,Maaramee H/Kaasaa fi Kanneen Kaan Mirga Abbaa Biyyuummaa falmachuu

Video: FinfinneeTube/Gadaa.com

2 thoughts on “Artistooti Oromoo Tesfayee Dhima, Zerihun Wodajo,Maaramee H/Kaasaa fi Kanneen Kaan Mirga Abbaa Biyyuummaa falmachuu

  1. Sirrrii dha Taakkala.

    Yeroo Shawaan l0olu, Wallaggaan, Taa’ee ilaaluu him qabu. Yeroo baleen lolu Shawaan ilaaluu hin qabu. Akkasumas hundumtuuu. yerottiin, yeroo dhumaati. yeroo gootii fi sodaattuun gargar fo’amtuu dha. R. Hitileer illee, sodaattota Gerrman Irraa cinaan irraa cire. Diinas ciccireee biyya isaa bilisa baase. Har’a Germanooti, ummata guddaa dha. Ituu Hitileer bilsa hin baasne ta’ee, hra’a German akka Oromiyaa taatee jirti.

    Gadheetu Gabroomee jiraata

    nagaatti

    nagaatti

Leave a comment