SBO Ebla 20 Bara 2014 Oduu Tarkaanfilee WBO – Guyyaa Gootota Oromoo Giddu Gala Mooraa Loonjii WBOtti kabajame irratti haasaa H/Dn ABO J/Daawud Ibsaa taasisanii fi gabaasaalee kanatti rarra’an ofitti hammatee jira.

1 thought on “SBO Ebla 20 Bara 2014 Oduu Tarkaanfilee WBO – Guyyaa Gootota Oromoo Giddu Gala Mooraa Loonjii WBOtti kabajame irratti haasaa H/Dn ABO J/Daawud Ibsaa taasisanii fi gabaasaalee kanatti rarra’an ofitti hammatee jira.

  1. NAMNI DHADHAA AFAAN KA’AN. DHAGAA AFAAN NAMA KAA’A.
    ya lammii ko. warrii oromoo keessaa dhalaate gudaate. afaan oromoo dubaatu. isaan gubaa isaanitti oromoo fakkaatanu. keessaa isaanitti garuu Abashaa dha.damsaa keeti hin fedhaanu /jalaatanu/ alagaa wan ta’eefi iccittii ke bakkaa erganeeti dubaacha wan deemanuuf. irraa ofi egaa .
    garuu hundaa duraa goofta walgalte nuf ha kennuu.
    ya lammii ko yoomi walgalee gufuu kana ofi keessaa buqisnaa. hanga yoomi gabroofne jiraana? ?? bilisoomu qabna.
    biyyaa gaarii keessaa teenye. sababa walgalte dhabisa keenya kan ka’e alaaga jalatti jilbiffaane hafne. koota ya lammii ko walgala
    walgalte quncen arbaa hitii jedhan mitiree Oromoon.

Leave a comment