SBO Ebla 16 Bara 2014 Oduulee – Diddaa Yunversitii Jimmaa fi Sirna kabaja Guyyaa Goototaa Osloo Norwayitti geggeeffame of keessaa qaba.

1 thought on “SBO Ebla 16 Bara 2014 Oduulee – Diddaa Yunversitii Jimmaa fi Sirna kabaja Guyyaa Goototaa Osloo Norwayitti geggeeffame of keessaa qaba.

  1. moottumaan kenya moottumaa ethopia wali wali galatee goodhani ture garu haatahu male wali galaten egaa godhan amma tooroobe tokkof qaaman wal arakani ture yerumaa achiira galuu mootumman kenyaa kun baaqattotaratti bobaahe ture kanu kessaa baqaatoo oromoo isaa tokko yootahu baqaatoota kan kessaa kan mootumma ethopia barabadan akka qabani keenanif nibekama garu wareni silaa barabadama jedhaman kana mootumman kenya qaabe haggaa ammati essa akka jiraan hin bekkami heduudha namaota kanee bakka baqaatoota iti hidhaan hin jiraan garu namooti kun humaan mootumma kenyati qabamaani akka mootumma ethopiatii keenamaan dubataama jiraa kalan malesse midhaa ciciimaa qabaatootara gaha jiraa halakan sa.a 6 manene baqaatoota basiisani sammicha fi reebicha akkasumasa tumisaa irraati gageessaa jiraa mee dhiroo akkama tana namani alaa dheesse manati galaa kana mana dhessee hoo essati galaa ?

Leave a comment