OMN BITOOTESSA 7 – XIINXALA DU’A OBBO ALAMAAYYOO ATOOMSAA

2 thoughts on “OMN BITOOTESSA 7 – XIINXALA DU’A OBBO ALAMAAYYOO ATOOMSAA

  1. Nuti Ummanni Oromoo Qabsoo Bilummaa Oromiyaatti Fuula Keenya Haa deebifnuu,rakkoo Keenya Ilaallee Dhugaa Jiru Haa Hubannu.Oromoon Oromorratti Qabsa’uu Dhiisee Diina Isaa Irratti Haaqabsa’u

  2. Oromiyaa Harkaa Warra Cunqursanii Jalaa Baasuuf Hunduu Qabsoo Siyaasaa Geggeessutu Irra Eegama.Kan Oromoo Of Danda Ta’ee, Kan Jala Deemtuu Wayyanne Hin Taanee.

Leave a comment