Qeerroon Dhiha Oromiyaa Magaalaa Jimmaa fi Mattuu Keessatti Baruulee Warraaqsaa Heddumminaan Tamsaasuun Gabaafame.

Gabaasa Bitootessa 05,2014 Jimma

Gaafa Bitootessaa 4/2014 irra eegaluun barruun Afaan qawween ukkaffamuun yoomiyyuu gaaffii mirga abbaa biyyummaa dhaabuu
akka hin dandeenye hubachiisuu fi itti fufinsaa FDG of irra qabu barreeuuleen warraaqsaa garee Qeerroo bilisummaa Oromoo dhiha Oromiyaatiin bittinnefame.Guuutummaa ergaa barruu kanaaf:-

Mirgii Uummataa Oromoo fi Lammilee biyyattii Afaan Qawween Ukkaffamaa jira11234.docx

2 thoughts on “Qeerroon Dhiha Oromiyaa Magaalaa Jimmaa fi Mattuu Keessatti Baruulee Warraaqsaa Heddumminaan Tamsaasuun Gabaafame.

  1. Heya i’m for the first time here. I came across this board and I to find It really useful
    & it helped me out much. I’m hoping to present one thing again and aid others
    such as you helped me.

Leave a comment