Godina Lixa Shawaa A anaa Midaa Qanyiitti Jiraataa Magaalaa B aallammii kan taan Sabboonaa fi tumsaa n qabsoo Oromoo Obbo Olaansaa Galataa d hibee xiqqoo irraa b ubuleen dhukkubsatani Addunyaa kana irra a boqotan.
Gabaasaa Oduu Gaddaa: Sadaasaa 7/2013 Godina Lixa Shawaa Aanaa Midaa Qanyiitti Jiraataa Magaalaa Baallammii kan taan Sabboonaan Oromoo Obboo Olaansaa Galataa dhibee xiqqoo irraa bubuleen dhukkubsatani Addunyaa kana irraa boqochuu yeroo dhageenyu gaddi guddaa nutti dhagaamuu maatii isanii fi Firottan obbo Olaansaa Galataaf gaddaa nutti dhagaame ibsina.