Raadiyoo Seife Nebelbal Onkoloolessa 18,2013

1 thought on “Raadiyoo Seife Nebelbal Onkoloolessa 18,2013

  1. Seifa Nebelbal Dhimma oromoo irratti gumaachi kee baa’ee nama gamachiisa ,Jabaadhuu itti fufi .Obboo odaa Xasees baa’een galaateefadha ,Information gaarii oromoo dhaaf keenne jedheen yaaada.Warroota kaanis mee akkanuma dhiyeessi ejjennoo issaanii Ummatni oromoo haa hubatuutii .Namoota akka Lencoo Lataa,Kamaal Galchuu ,Bayyaan Asoobaa,Mee Jundin Saaddoos Eessa jira ? Waan kaleessa hojjete itti gaabbee jiraa Mee barbaadii ummata oromoo gurraan ga’i

Leave a comment