Hagayya 09,2013 Gabaasa Qeerroo Aanaa Kofale
Maqaa golgaa Amantiin duula sanyii balleessaa Oromoo irratti raawatamaa jiru galmee muldhisu maadheen Qeerroo galmeen caasaa mootummaa keessaa akka gabaasutti Oromoonni list armaa gadii kana keessatti argaman amantii dahoo godhachuun mootummaan Wayyaanee Hagayya 05,2013 irraa kaasee aanaa Kofalee keessatti farrummaa ilmaan Oromoo irratti hojjechuun warra badii tokkoon malee hidhamani dha.
Amantiilee Protestaantii fi Waaqeffataa Oromoo guutummaan mana hidhaatti guuraa jira.Akka galmeen kun muldhisuu fi qabatamaatti Oromoonni qabamanii mana hidhaa Wayyaanee seenan amantiilee Waqeffataa,Musiliimaa fi Kiristaanota Oromoo waan ta’aniif duulli mootummaan Wayyaanee amantii dahoo godhachuun ummata keenya irratti bobba’u akka dhaabbatu Oromoon bakka martuu gaafachuun yeroo dha.
Gutummaan galmee kanaa lis kana keessaa argattu:- List namoota hidhaman.docx
Pingback: Maqaa fi eenyuummaa ilmaan Oromoo Godina Arsii aanaa Kofalee irraa mana hidhaatti Wayyaaneetti naqamani - Ayyaantuu News Online
Duula hidhaafi ajjeechaa woyyaaneefi ergamtooni ishee ummata oromoo irratti geggeessaa jirtuu akka dhaabbattuu nuti ilmaan oromoo keessattuu qabsahoon karaa danda’ame hundaan mootummaa diina ummata oromoo ta’e kana irratti tarkaanfi akka fudhatan!
Pingback: Maqaa fi eenyuummaa ilmaan Oromoo Godina Arsii aanaa Kofalee irraa mana hidhaatti Wayyaaneetti naqamani | "KILLING OROMOS NEVER STOP THE OROMO STRUGGLE"