Yuunivarsiitii Arbaminc keessatti Qeerroon Ayyaanni DH.D.U.O Diddaan Fashalsan

Ebla 07,2013 Arbaminc

Yuunivarsiitii Arbaminc keessatti Ayyaana OPDO qopheeffame irratti sabboontotni ilmaan Oromoo lagachuun wallee warraaqsaan garboomfataan nu hin bulchu jedhan.Yuunivarsiitii Arbaminc Damee caamoo keessaa barattoota oromoo baratantu damee hundumaa keessatti karoorri wayyaanee akka bakkaan hin geenye taasisa jechuun wayyaaneen barattoota oromoo damee Caamoo sakattauu fi doorsisuu irratti argama.Miseensotni DH.D.U.O tahan miseensummaa kanaa hin barbaannu jechuun ayyaana kana lagatanii jiran.Kan nuyi irraa eegamu QBO gaggeeffamaa jirutti dabalamuun gumaata nurraa eegamu bahuu malee ulee diinaa tahuu miti jechuun jala deemtota mootummaa wayyaanee qaanessanii jiran.

2 thoughts on “Yuunivarsiitii Arbaminc keessatti Qeerroon Ayyaanni DH.D.U.O Diddaan Fashalsan

Leave a comment