Alagaa Garaa Hin Garsiisiinaa
Tokkummaa Malee Wal Hin Dhiigsiinaa
Osoo kuun loluu, kuun hin ciisiinaa
Waliif dirmadha,walittii hin eegiina!!
Alagaa Garaa Hin Garsiisiinaa
Tokkummaa Malee Wal Hin Dhiigsiinaa
Osoo kuun loluu, kuun hin ciisiinaa
Waliif dirmadha,walittii hin eegiina!!
Hanga dhumaatti ni falmina, qabsoofna, wareegamna jechuun kaayyoo fi karoora kiyyadha.