SBO Bitootessa 17 Bara 2013

1 thought on “SBO Bitootessa 17 Bara 2013

  1. Maaloo namuma nu hubatu dhabnekaa. Yuunibarsiitii Finfinnee mooraa keenya(kilo-4) keessatti waan nurra ga’aa jiru maaluma jedheen ibsaa? Mee waan kana karaama dandeessaniin qoradhaa yaa saba Oromoo waliif haa dirmannu. Hin gubanne. Amma barachuuf osoo hin taane, hanga dabareen keenya ga’utti gara itti baqannus dhabnee teenyee eeggataa jirra. Mee maal haa goonu? Waan goonullee anoo nan beeka tokkummaa dhabne malee. Ammammoo silaas barattoota of beekan hunda funaantee yaafteetti. Mugduu qofaatu mooraatti hafe. Kan hafnes wal arginee wal mari’achuu hin dandeenyu. Uuuuuuuuuuuuu!!!

Leave a comment