Ammaan dura rakkoon barreeffaamotaa Qubee afaan Oromoo Waajjiiraalee Mootummaa TPLF fi OPDO irraa egaalee hangaa barreeffaamotaa Hoteelaa fi manneen Daldalaa garaagaraa Godinaa Jimmaa Magaalaa Jimmaa fi Anotaa Godinichaa keessaatti argamaan keessaatti barreeffaamonnii argaman Qubee Afaan Oromoon yeroo barreeffaaman Seeraa Afaanichaa kan hin egganee fi Ol aantummaa Afaan Amaaraatiin barreeffaamanii kan argaman ta’uun beekamaadha,
walalichi gaariidha isa beekuuf, ykn isa galeef ni gala