Share this:https://www.gofundme.com/8bds2wgk
- Click to share on Gofundme (Opens in new window) Gofundme
- Click to share on X (Opens in new window) X
- Click to share on Facebook (Opens in new window) Facebook
- Click to share on qeerroo youtube (Opens in new window) qeerroo youtube
- Click to share on Qeerroo Video (Opens in new window) Qeerroo Video
- Click to share on sbo/abo (Opens in new window) sbo/abo
- Click to share on WhatsApp (Opens in new window) WhatsApp
- Click to email a link to a friend (Opens in new window) Email
- Click to share on Gadaa (Opens in new window) Gadaa
- Click to share on www.Ayyaantuu.org (Opens in new window) www.Ayyaantuu.org
- Click to share on Oromiapress (Opens in new window) Oromiapress
yeroo seenaan himu sana ee dhugaadhaa galma ofiif jaaree keessa jirraataa ture.uumaa ogeeyyii oromoon wixiname kan aadaa safuu jiruu engineroota hawaasa mataa isaan kuufameen waan eeggamuun jiruu qabbanawa jiraachaa ture. erga caphee booda , akka caphettii okkolaa jiruu hadhootuu habbuqa jiraachuu qaama godhatee jira.maaliif jennee yo off gaafanne deebiin ,mana colony bu’aa isaa eggachuuf jaarrate keessaa waadamaa jiraata.oromon caasaa colony yo buqqaasee kan oromo caasa dantaa oromoo tiysu jaarrate malee yokaan akka nama of ajjesee taha. yeroon amma yo off taate! filmaanni jiru tokko qofa! off tahi oromo!oromo of tahi! ani oromo jedhanii himatuun gahaa miti. oromummaa malee falli biroo hinjiru.hundumaafu yo qarrooma oromo itti hojjachuu jalqabne bakka seenan himu sana hunda akka itti debinu,akka lammaffaa shakkii hinqabu.hin maminaa deebi’aa oromo taanaa.way oromia hadiyyoo!