MATAA NU MARAA JIRUU !!! Kutaa 2ffaa

Barruu QeerrooY.G(2005)

Yaadachiisa:-

Barruun mata duree “Mataa nu maraa jiru ”miidhama keenya bara baraan himachaa jiraachuuf jecha sirnoota durii irraa kaasee kan dubbatu miti. Kutaa sadiin kan xumuramuudha.. Mataa nu maraa jiruun, keessa keenyaan akkamiin akka mataa nu maraa jiran, saboota biroo keessaan akkamiin mataa akka nu maran fi wayyaaneen deemsa keenya sodaachuu irraa mataa nu maruuf kan arreedaa jirtu keessatti argattu. akeeki barruu kanaa waa sadii irratti xiyyeeffata

MATAA NU MARAA JIRUU !!!!!!!!!!!!!!!!!! (kutaa 2ffaa).docx

1 thought on “MATAA NU MARAA JIRUU !!! Kutaa 2ffaa

  1. dhimma “mataa nu maraa jiru”
    yaadni kun akkan dubbisetti waanuma yeroo dheraaf ummata keenya irratti
    halagaan raawwataaa jiru fi jiru dha
    garuu gaaffiin guddaan kan akka mataa nu maraa aka jiran godhe akka yaada mataa kootti qabsoo bilisummaa oromoo irratti duuluun halagaaf warra jilbeeffatanii fi bu’aa adda adaaf warra bitamina dha kunis hundumtuu diinni kan nutti duulaa jiru tokkummaa keenya akka laaffate beekuun dha keessumaaa yeroo amma dur yeroo biyya ambaatti cee’an oromoota utuu hin ta’iin halagaanuu case ABO himachuun qaxamure garuu kan nama gaddisiisu yeroo ammaa kana diina oromoota walii galaan irratti duuluu irra dhaaba bixiluu fi yaada lammii keenya hiruuf halkaniii guyyaa akka sinbiroo muka irraa wacaa jiru.
    kanaaf walii galatti ummani keenya tokkummaan biyya keessaa alatti jabaachuun qabsoo bilisummaa cimsuuf jabaahuun furmaat guddaa dha.
    nagaatti IUO
    G3

Leave a comment