Goototi Dargaggoota Oromoo Afrikaa Kibbaa keessa jiraatan, seenaa Uummata Oromoo keessatti yeroo jalqabaaf alaabaa Oromoo fi Saba Oromoo adduunyaatti beeksisan.
Dargaggooti Oromoo kunneen dirree taphni kubbaa miilaa biyyooti Afrikaa keessatti gaggeeffamu argamuun hojii seenaan hin daganne hojjetanii jiru.
Jabaadhaa!
jabaadhaa