Yaa ilmaan koo na dhaqabaa, Salphina irraa ol na qabaa

Bahaa dhihaa kaabaa kibbaa

Isin yaamti biyti abbaa

Yaa ilmaan koo na dhaqabaa

Salphina irraa ol na qabaa x 2

Imikoo ABOn hangafa keessanii

Isin haa sassaabu bakka facaatanii

isin yaamti biyyiti abbaa

Leave a comment