a:Y.G(2005)
Ginbot 7 , dhuma irratti bifa maalii qabatee qabsoo isaa itti fufu akka yaade isaanumaaf dhiifnus, Kaayyoo isaa , isaaf qofaa itti tolu milkeeffachuuf jedhee shiroota summiin gutamaniin nama faalu barbaade, wayyaanee irraa adda taasisanii ilaaluun gonkumaa hin danda’amu. Obsi daangaa qaba . of tuulummaan isaanii addatti Gaazexessitoota isaanii irraa mul’atu fi, haasaan guyyuu irra deddeebi’amee dubbatamu, AMAARIFFAAN “ Andaand Natsaa awuciwochi nan baayochi” “ Hagar inganaxilaallan baayochi” “ Etiyophiyaawwii ayidallanim baayochi ” siyaasa siree irra baasanii “yetawaladan hizib malayayat yemmifalliguu ye hassaab dahawochi” jechurra ga’uunn isaanii , ofittummaa isaanii ifatti kan nutti mul’isuu fi hangam nu tuffachaa akka jiran nu huabchiisa. Adeemsi kun ammoo gonkumaa Biyya sana miti , Biyya alaa jiranittu furmaata argamsiisuu hin danda’u.
Humni akka mucaa daa’imu fixatee dhaabbachuuf bititiraa jiru ta’u kun Immiyyee Itoophiyaa , Lazalaalam tinur jechaa , waan silaa bara baraaf ishee jiraachisu hojjachuu irra , summii siyaasaa anatu siif beekaan , Biyyatti boolla hamaatti oofaa akka jiran odoo huabatanii dansaa ta’a.
yaa ijoolle lama na hin suufan jette jaartiin. adeemsi isaanii kun nama kamiifiyyuu akka galu abdiin qaba. kunuu warri rafnaani jette bineentiin. duras goobanaaaf malee akkatti summii nutti hin taatu. amma feete achi teessee barooddu hin jiru inni akka kanaan duraa.kanaaf ammumaa kaastee osoo beekkatte bareeda. esat kan jedhanii moggasan uummata ethiopia jedhamtu bakka hin bu`u. dhabbata radio amaraa jedhanii haa moggaafatan. oromoon gowwomsatti of gowwoomsaa jirti. ittuma dhiisaa ya lammii kiyya hunduu irratti bareeraa kanaaf umurii isaanii guutuu haa gadoodan