(Qeerroo, Finfinnee, 27 Sadaasa 2012) Qeerroon Oromoo biyya hamba aisaanii irraa godaanfaman, biyya itti baqatan keessatti aadaa fi eenyummaa Oromoo tiksuutti jiran. Ayyaana Hulluuqoo 2012 Nairobi, Kenya keessatti gidduu kana kabajame irratti ilamaan Oromoo gaaddisa Oromummaa jalatti hojii boonsa adalaganii jiru.
WBO faarsuu, qabsoo Oromoo leellisuu fi Qeerroo jajjabeessuu bira darbanii fedhiin Oromoo fi alagaa ifatti adda kana bahe ta’uu illee mul’isanii jiru.
Qeerroon Bilisummaas, “Baga hoofkaltan! Barri ittaanu kan waliin biyya keenya keessatti kabajannu nuuf haa ta’u!” jedha.