“Goota Garaa Murate Bishaan Raafuu Gabbisa”

Kaayyoo isaaf murataan akkana dubbata

Kan kana dagate lammii gurgurata

Qeerroon Oromiyaa ABO faarfata

Gariin nama keenyaa dubbii alalfataa, akeeka dagata

Leave a comment