Sabboontichi Artist Kadir Martuu walakkeessaa bara 2012 irratti biyya ollaa Oromiyaa keessaa humnoota tika Wayyaaneen qabamee badii tokkoon mana hidhaa Ma’ikalaawwiitti darbame. Baatii darbe keessa mana hidhaa keessaa erga bahee Qeerroo Oromiyaa fi ummata isaa jaallatu Oromoo waliin ayyaana irreechaa 2012 irratti aramuuf carraa argate,sabboontota baadiin Saglan Booranaa waliin walleelee warraaqsaa jajjabduu wallisuun dirqama lammummaa bahanii jiru,kanneen wallifame keessaa qicnee kan K.Martuu isin yaamti harmeen jedhu kuno…