Hagayya 03,2012 Naqamte
Hagayyaa 2,2012 Godinaa Wallaaggaa Lixaa Onaa Arjoo Guddaattuu Dangaa Wallaaggaa Bahaa Bakkaa Baloo Bareedaa Jedhamuttii humnaa kikaa Wayyaanee beekaamaa ummaataa sakkatta’uu fi sabboontotaa nagaa qabee mana hidhattii darbuuf Godinaa Bahaa Wallaggaa irraa kan bobbaafamee nama maqaan Ashannaafii Bariihuun jedhamuu irraattii humna hin beekamiiniin tarkaanfiin mayyii fudhatame.
Wayyaaneen du’aa Ashannaafii Bariihuu fi torbee darbee Magaalaa Neqemtee keessaattii kan haleelaamee du’aa Mitikuu Araayaatti akka malee gadduun waan qabee gadhiisu dhabuun ummata nagaa goolaa jiraachuun beekama.
Tarkaanfiin humna addaan naannoo kanatti fudhatamaa jiru haalaan jabaachaa dhufuun isaa ummata Oromoo cunqursaa Wayyaanee jalatti barootaaf miidhamaa kanneen jiraniif gammachuu guddaa fi calaqqee bilisummaa waan itti argarsiisaa jiruuf kanneen lukkee diinaa ta’aniif ammoo yaaddoo guddaa itti a’ee jira.
jabaadhaa hojiin keessan gaariidha namati tola kanaaf yoo jabaannee itti fufne nibilisoomna abdii hin kutinaa…!!!!
Jabaadhaa. Dhaabbileen siyaasaa Oromoo kutannoo hinqabne tokko tokko katee Amaaraa fi Katee Tigree jala kaachuun nafxanyoota irraa gargaarsa nafxanyootaan bilisummaa arganna jedhanii yaadu. Kun gowwummaa guddaa dha. ABO tiin ABO kan taasisu hujii isaati,kanaaf kan ABO jedhee of waamu hunduu diina haleeluun ABO dhugaa fi sobaa ta’uu isaa mirkaneeffachuu qaba.
Qabsoon ittifufa;gabrummaan in kufa!!!!