Adoolessa 19,2012 Giddaa
Humnonnii poolisotaa federaalaa humna Adda WBO sakkata’uuf bakkaa Abbaa Mo’aa jedhamuu ergaa buufatanii torbee dabarsee jira, humnotaa dinaa bakka kanaa qubatanii jiran keessaa Adoolessaa 18,2012 poolisaa federalaa Wayyaanee namni ta’e Taayyee Asfaawuu namni jedhaamu fi kanneen kaan odeeffaannoo funaanuu fi uummata basaasuuf dirqama fudhatanii gara uummataattii ergaaman dirqama bobba’aniif ummata keessa lohaa fi ummata hiraarsaa turanii gara bufataa bakkaa Abbaa Mo’aatti deebi’aa osoo jiranii humnii Adda WBO tarkanfii haleellaa irraatti fudhachuu namticha Taayyee Asfaawu hojiin alaa isa taasiseraa, warren isa waliin turan kaan haalleellaa kanatti baaraguun reeffa nama kanaa achumatti dhiisuu fi meeshaa qaban darbatanii naannoo sanii baqachuun namonni ijaan argaan ragaa bahuun gabaasanii jiru .Tarkanfii kanatti ummaanni akka malee gammadee jirachuunis ibsame.
Tarkaanfiin akkanaa kun sadarkaa guutuu oromootti babal’achu qaba. Poolisoota woyyaanee, basaastota woyyaanee, investeroota woyyaanee fi miseensota olaanaa waraana woyyaanee hamnga manneen dhuunfaa isaaniitti adeemuun adamsuu qabna.