Nugusee Mahaarii Investera Wayyaanee Beekamaa Qabeenyi Inni Wallaga Keessaa Qabu Barbadaaye.

Adoolessa 17,2012 Giddaa Ayyaanaa
Godina wallaaggaa bahaa Onaa Giddaa Ayyaanaa Bakkaa Shaashoo Barrii jedhamuttii dureessa Abbaan Qabeenyaa Wayyaanee nama maqaan Nugusee Mahaarii jedhamuu kutaalee Oromiyaa gara garaa keessa deemee kan daldaluu fi kuusaa ykn Magaazanaa midhaan Dheedhii fi zayitaa magaazana guddaa ijaaree midhaan akka Nugii,talbaa,saalixii Xaafii,Boqqolloo fi kkf Wallagga keessaa bitee kan kuusaa kan turee fi yeroo ammaas kuufama midhaan kanaa naannoo Giddaa Ayyaanaa Bakka Shaashoo Barii jedhamu jiru Adoolessa 16,2012, Humni hin beekamiin Godinaa dhihaa Oromiyaa keessaa socho’uu tarkkanfii maayyii irraattii fudhatee gutummaatti qabeenyaa kufaameefi magaazana isaa waliin ibiddaan barbadeesse.
Haala tarkanfii kanatti uummaannii Oromoo hedduu gammadee kan jiruu ta’uun naannicha irraa Qeerroon gabaasa. Keessaattuu namni Nuguusee Maarii jedhamuu kun dhalootaan lammii Tigree kan ta’ee fi sabboontotaa Abbaa Qabenyaa Oromoo basaasuun bakkoota adda addaatti kan hisisaa ture, namotaa abbaa qabeenyaa Oromoo namootaa inni hisisaa turee fi ammaa iyyuu mana hidhaa Qaalittii jiran kan akkaa Abbaa Qabeenyaa Ilmaa Oromoo Daassaalenyi Daabal magaalaa Naqamtee keessatti abbaa qabeenyaa kan ture ta’uu beekama.
Daasaleenyi Dabaal baleessaa tokkoo utuu hin qabaatiin namichaa kanaa waliin hojii investimetiif dorgomee waan mo’ateef inni ABO dha jechuun akka qabamee hidhamee ehama daldalaa Obbo Nuguseen gaggeessuu fi caal baasii inni moohate ofitti fudhatee akka daldalataa ture ummanni marti ni beeka. Walumaa gala abbaan qabeenyaa kun nama Wayyaanee ta’ee fi ummata Oromoo guddoo dararaa kan ture waan ta’eef tarkaanfiin kana fakkaatu qabeenya isaa irratti fudhamee jiraachuu qeerroon godhinicha irraa gabaasa

Qabsoon itti fufa! Gabrummaan ni kufa!!

3 thoughts on “Nugusee Mahaarii Investera Wayyaanee Beekamaa Qabeenyi Inni Wallaga Keessaa Qabu Barbadaaye.

  1. Ummanni oromoo bakka hundattu tarkaanfii akkanaa kana ittifufuu qaba. Qabeenya nafxanyoota duriis ta’e kan ammaa ibiddaa fi meeshaalee ka biroon barbadeessuun mala filatamaa dha. sababiin isaas baasii fi wareegama hedduu nu hingaafatu. Bu’aan isaa garuu guddaa dha. Suuta suuta diinonni keenya naannoo keenya gadilakkistee akka adeemtu dirqamsiisa.

  2. Tarkaaniifin akkasii qabeenyaa diinaa akkasumas lubbuu isaanii irratti fudhachuun haalaan barbaachisaadha. Hanga uummata keenya jiruu fi jireenya itti hadheessanii dararama daangaa hin qabneef saaxilanii furmaanni biraan hin jiraatu. Ummata goota naannoo Giddaa Ayyaanaa fi naannoo isaa hedduun galatoomfadha. Naannoon kun naannoo goototaa fi sabboontota hedduun itti uumaman ta’uu duris ta’e har’a seenaan ni yaadata. Qabsoo bilisummaa Oromoo ABOn gaggeeffamaa ture keessattis beektotaa fi dargaggoota hedduutu wareegama lubbuu itti baase ta’ee qojeelchee waanin bekuuf onnee koo irraa kabajaa fi jaalalan isaanii qaba. Waan nama dhibu yeroo isaan yeroo ammaa weerara wayyaanee jala jiran Oromoonni naannoo biraa ta’anii dhaggeeffachuudha. Kun yoomuu dadhabbii fi laafina keenya mul’isa.

  3. Baayyee kan nama jajjabeessu dha. Waaqayyo isin ha eebbisu. Egaa namittiis itti dabaluudha! Qoricha dhukkuba isaatiif ga’aa ta’e argachuu qaba.
    Kun tarkaanfii guddaa dha. Oromoodhaaf seenaa dha. Caalaatti wal qabannee itti ha fufnu. Rakkina naannoo keenya keessa jirutti waliif ha birmannu. Qomoo/Dhiiga keenya irratti yeroo hammeenyi gara hin qabne raawwatamu teenyee ilaaluu hin qabnu.
    An ka’eera. Ga’ee mataa koo ba’aan jira. Atoo yaa qomoo koo?

Leave a comment