Raadiyoo Simbirtuu Tamsaasa Adoolessa 5,2012

3 thoughts on “Raadiyoo Simbirtuu Tamsaasa Adoolessa 5,2012

  1. Nageenyi haa Dursu >>>yaan koo kan hadhaa Raadiyoo Smbirtuu Raadiyoon keessan hedduu namatti Tolaa garuu yeroo gaafiif deebii namaaf gootan eenyu irraa akka yaada dhugaa ta’e (yaada kallatii)namin nama dhugoofatu isiniif kenu hubadhaa fakkeenyaaf waa’ee Ayyaana Baqatoota Addunyaa kan keenyaa keessatti kabajjame irraa yaani Quubsaan hin kennamine nutti Qeerroon Murannoo qabna Gantuufi Garee ykn Gandaan yoomlee addaan Qoqoodamu ni dhabamsiifna.

    ni Bilisoomna

  2. Warri radio Simbirtuu saglee uummtaa Oromoo ta’ aa, ija hamtuun isin hin argiin. Dhugaas baasaa. Radion Simbirtuu hedduu miidhagdi.

  3. NAMA AJA’IBA YEROON RAADIYOO SIMBIRTUU DHAGEEFFADHE BARRUUULEE SIMBIRTUU JEDHAMTU YEROO GABABAAF HOJII SABAAF HOJJETTEE DHABAMTUU YAADADHEEN HIMIMAAN NAQABATE
    NAGAATTI
    G3

Leave a comment